ODAA ShareHolders Page

ODAA Rules and Regulations


1.. የጉዞ ትኬትና መታወቂያ መያዝዎን አይዘንጉ።

2.. የአቃዎን መለያ (ታግ) በአጀዎ መያዞትንና ክፍያ ለሚፈጽሙበት እቃ ደረሰኝ መቀበሎን አይርሱ።

3.. ለኤሌክትሮኒክስ እቃዎች፣ ፈሳሽ ነገሮች፣ ጥሬ ገንዘብና ለመሳሰሉት ድርጅቱ ሀላፊነት አይወስድም።

4.. ከመነሻ ሰአት 30 ደቂቃ አስቀድመው መሳፈሪያ ቦታ ይድረሱ።

5.. ጉዞውን ማራዘም ቢፈልጉ ከጉዞ መነሻ 18 ሰአት (ከቀኑ 6 ስአት) በፊት ትኬት ለቆረጡበት ቢሮ ያሳውቁ (በኦንላይን ከቆረጡ Cancelation/Extending ፎርም ይሙሉ) ካላሳወቁ የትኬቱን ዋጋ 50% ተቀናሽ ተደርጎ ይመለሳል።

6.. ጉዞውን ቢሰርዙ ወይም አውቶቢሱ ከሔደ በኋላ ቢደርሱ የትኬት ዋጋ 50% ተቀናሽ ተደርጎ ተመላሽ የሚደረገው በ15 ቀናት ውስጥ ነው።

7.. ለግል መጠቀሚያ የሚውሉ አስከ 25 ኪሎ ግራም በነጻ የሚጓጓዝ ሲሆን ከዚህ በላይ ላለው በእያንዳንዱ ኪሎ ግራም 6.5 ኪ.ግ ታስቦ ይከፈላል።

8.. የጦር መሳሪያ፣ ተቀጣጣይ ነገሮች፣ አደንዛዥ እጽና፣ የኮንትሮባንድ እቃዎች ይዞ መሳፈር የተከለከለ ነው።

1.. Tikeetii fi waraqaa eenyummaa qabachuu keessan hin dagatinaa.

2.. Meeshaan keessan kan ittiin beekamu (taagii) harkatti qabachuu fi nagahee meeshaaf kaffaltii ittiin raawwattan fudhachuu hin dagatinaa.

3.. Meeshaa elektirooniksii, wantoota dhangala'oo mallaqa fi.k.k.f dhaabbatichi itti hin gaafatamu.

4.. Sa'aatii ka'umsaa dura daqiiqaa 30 dursitanii argamuu qabdu.

5.. Imala dheereffachuu yoo barbaaddan deemsa dura sa'atii 18 (guyyaa keessa sa'atii 6 dura) dursitanii biiroo tikeetii beeksisuu qabdu. Yoo hin beeksifne gatii tikeetii irraa parsantaa shantama (50%) hir'atee isiniif kan deebi'u ta'a.

6.. Imala yoo haqxan ykn erga awutobusiin deemee yoo qaqqabdan parsantii shantama (50%) gatii tikeetii irraa hir'atee siniif kan deebi'u guyyaa 15 keessatti dha.

7.. Meeshaa dhuunfaa keessanii hanga 25kg. bilisaan fe'achuu kan dandeessan yoo ta'u, kan isaa oliif shallagamee kg tti qarshii 6.50 kan kaffalchiisu ta'a.

8.. Meeshaa waraanaa, meeshaalee dhohan, kan sammuu namaa adoochanii fi meeshaalee konirobaandii qabatanii konkolaataa koruun dhorkaadha.

Odeeffannoo Dabalataaf Lakk / ለበለጠ መረጃ ፡ +251 993 949696

Imala Gaarii ODAA Waliin !! Horaa Bulaa !!

እንድናገለግልዎ ስለመረጡን እናመሰግናለን !!!